• Wed. Nov 25th, 2026

Warraaqsi Oromiyaa Baraaruu Biyyoota alaattis itti fufeera

Dec 22, 2022

Warraaqsi Oromiyaa Baraaruu Biyyoota alaattis itti fufeera.

(SQ-Mudde 22/2022)
Warraaqsi Oromiyaa baraaruu kan Barattoota dhaabbilee Olaanoo hanga Sadarkaa tokkooffaatti hirmaachise Uummata Oromoo biyya keessaa alaa hirmaachisa jira.

Mudde 21/2022 Uummanni Oromoo Awurooppaa Stockholm Siwidin jiraatan Hiriraa mormii bahaaniin Mootummaa Bilxiginnaa balaaleffataniiru. Dadhannoo Isaani keessattis Waraanni Bilisummaa Oromoo Wabii Oromoofi Oromiyaati jechuun aantummaa qabaniis argisisaniiru.

Leave a Reply