• Fri. Mar 13th, 2026

Irree fi gaachana uummata Oromoo kan ta’e WBOn zoonii kibbaa konyaa Gujii Lixaa birgeediin Biiftuu Bilisuummaa aanaa Qarcaa fi aanaa Bulee Horaatti kaleessa Muddee 25/2022 tarkaanffi laaleessa waraana maafiyaa bilxiginnaa irratti fudhateen

Dec 26, 2022

ONM-ABO 26 Muddee 2022 Irree fi gaachana uummata Oromoo kan ta’e WBOn zoonii kibbaa konyaa Gujii Lixaa birgeediin Biiftuu Bilisuummaa aanaa Qarcaa fi aanaa Bulee Horaatti kaleessa Muddee 25/2022 tarkaanffi laaleessa waraana maafiyaa bilxiginnaa irratti fudhateen diina du’aa fi madoon adabeera.

Tarkaanfii WBOn bakka sadiitti waraana biltsiginnaa irratti fudhateen loltoota isaanii 38 ol du’aan yoo adabu 19 madoo dandammii hin qabnen adabee Jira.

Gama meeshaatiin qawwee AKM 7, bireena Turkii -1, boombii -6, rasaasaa bireenaa 670, rasaasaa AKM 1250 fI uffata waraanaa garaagaraa irraa booji’uun moonaa qabsoo bilisummaa Oromoof galii taasiseera.

Injifannoon Uummata Oromoof !

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading