Amajjii 1/2023 Guyyaa Waraana Bilisummaa Oromofi Bara haaraa baga Geessan!
(SQ-Amajjii 1/2022)
Amajjii tokko guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Ka Bara 2023 Qeerroo Bilisummaa Oromoo bakkoota gara garaatti kabaja jiru.
Guyyichi Uummata Oromoo biraatti guyyaa kabajamaafi jaallatama kana baga geessan jechaa, Qeerroon Bilisummaa Oromoo Jaarmiyaa AB0-WB0 jelaatti Hiriree Oromiyaa Walaba ijaaruuf Waadaa Haareffataniiru.




