• Wed. Nov 25th, 2026

ONM-ABO Barattoonni Oromoo Yuunvarsiitii Jiinkaa Amajjii 1 Guyyaa WBO walitti dhufun sanyii duguuggaa Oromoo irratti sirnichi gochaa jiruu fi aarsaa WBOn sirna garboomfataa kana hundeen buqqisuuf gochaa jiru irratti mari’anii

Jan 1, 2023

ONM-ABO  1 Amajjii  2023 Barattoonni Oromoo Yuunvarsiitii Jiinkaa Amajjii 1 Guyyaa WBO walitti dhufun sanyii duguuggaa Oromoo irratti sirnichi gochaa jiruu fi aarsaa WBOn sirna garboomfataa kana hundeen buqqisuuf gochaa jiru irratti erga mari’ataniin booda, WBO cinaa hanga dhumaatti dhaabbachuuf waadaa haroomfachuun ayyaaneffataniiru.

Gabaasa yuuniversiitiilee biroos hordofnee isiniin geenya!

Leave a Reply