• Wed. Nov 25th, 2026

Sirba Qabsoo Jaal Haacaaluu Roobaa mata duree Hoggansi ABO-WBO dha jedhu sa’a muraasa booda karaa YouTube Arraata Byyoolleessa Oromiyaan isin biraan geenye

Jan 1, 2023

Sirba Qabsoo Jaal Haacaaluu Roobaa mata duree Hoggansi ABO-WBO dha jedhu sa’a muraasa booda karaa YouTube Arraata Byyoolleessa Oromiyaan isin biraan geenye.

Amajjii 1 Guyyaa WBO fi bara Haaraa kabajachaa sirba kanaanis waan qabsoo bilisummaa Oromoo irraa dhandhamadhaa, hiroyoota keessaniifis qooda.

YouTube Arraata Biyyoolessa Oromiyaa subscribe kan hin goone subscribe gochuun dhimmoota Oromoo fi Oromiyaa yeroon argadha!

Leave a Reply