WBOn godina Arsii bahaa aanaa Martii keessatti diina du’aa fi madoon adabe.
ONM-ABO 5 Amajjii 2023 Zoonii kibba bahaatti gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo dheengadda Amajjii 3/2023 cibraan Hambaa Aanoolee buttaan Leenjisoo Diigaa galgala keessaa sa’a 2:30 irratti godina Arsii bahaa aanaa Jajuu ganda Sanbatee Fincootti lukkeellee diinaa magalaatti seenuun mooraa milishaa fi humna addaa ofii jedhan irratti tarkanfii fudhateen 13 ajjeessuun 20 madoon adabee 10 meeshaa guutuu woliin booji’ee jira.
Injifannoon Uummaata Oromoof
