• Sat. Sep 23rd, 2023

Dargaggoota Oromoo Mana hidhaa Baasuun Ajjeesun ammallee daran hammaata jira.

Jan 18, 2023

(SQ-Amajjii 18/2023)
Godina Wallaga Lixaa ona Sayyoo Nooleetti miidhamaa dhuunfaa teessoon isaa ganda Guutee Jiidhaa ta’e maqaan isaa Baajuraa Cannaqaa jedhamu torban darbe mana hidhaa magaalaa Dabbasoo keessaa baasuun humnootni tikaa impaayera Itoophiyaa gara jabinaan rasaasa itti roobsuun ajjeesanii bakkeetti gatan. Namootni gocha kana keessaa harka qaban jedhamanis:-
1ffaan:- Abdurrahim Kadir(Kiimee)
2ffaan:- Mammad Hiisaa ta’uu keessa beektotni ragaa ba’u.

Leave a Reply