• Tue. Dec 5th, 2023

Godina Gujii lixaa aanaa Galaanaa ganda Waaccuu ilaalchaatti waraanni biltsiginnaa Amajjii 16/2023 manneen uummata nagaa 45 deggartoota WBOti isin jechuun qabeenya waliin barbadeessan

Jan 18, 2023

ONM-ABO 18 Amajjii 2023 Godina Gujii lixaa aanaa Galaanaa ganda Waaccuu ilaalchaatti waraanni biltsiginnaa Amajjii 16/2023 manneen uummata nagaa 45 deggartoota WBOti isin jechuun qabeenya waliin barbadeessan. Kanneen manni jalaa gubate maqaan isaanii,
1.Girma Edeemaa
2.Gizaachoo Solomon
3.Milkeessaa Girmaa

  1. Abbiree Girmaa
  2. Didaa Goobanaa
  3. Aragguu Mormaa
  4. Gannoo Gammadee
  5. Alamuu Odaa
  6. Biraanuu Jaarsoo
  7. Mokonna Wandimmuu
    11.Fiqiru Dhakoo
  8. Mijuu Laacaa
    13.Gammadee Shogaa
  9. Ayyalee Odaa
  10. Dullachaa Qonyee
    16.Abdafiree Banataa
  11. Dani’el Buxxishuu
  12. Sanbatoo Goofare
  13. Abrahaam Jaarsoo
  14. Kifilee Jaarsoo
  15. Mokonna Masfiin.
  16. Roobalee Gammadee
  17. Miiraa Gammadee
  18. Araarsoo Ji’oo
  19. Shifarraa Jennisoo
    26.Tasfayee Areerii
  20. Bexxuu Jennisoo
  21. Sintayyoo Shifarraa
  22. Fiqaaduu Banataa
  23. Banataa Jaarsoo
  24. Ashanafii Ruufoo
  25. Aagaa Banataa
  26. Badhee Guyyoo
  27. Shibirree Girmaa
  28. Reebaa Dhakoo
    36.Fiqiruu Dhakoo
  29. Waqolee Edeemaa
  30. Gofaree Ruufoo
  31. Amaanu’el Galgaloo
  32. Jaartee Gammadee
  33. Gammadee Turaa
  34. Ji’oo Gammadee
    43.Yuuboo Gammadee
  35. Dammaqaa Areeroo
    45.Qoncoraa Gojjee
  36. Fiqaaduu Galgalee
    45.Gammadee Jiloo
    46.Dasitaa Eddoo
  37. Saaqoo Gaddoo

Leave a Reply