ONM-ABO 29 Amajjii 2023 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo tarkaanfii laaleessaa waraana bilxiginnaa irratti fudhachuun lixa Shaggar keessatti du’aa fi madoon adabee jira.
Kaleessa Amajjii 28, 2023 godina lixa Shaggar aanaa Ilfataa ganda Sinaanii Lukkuu keessatti tarkaanfii guggubduu fudhateen battalatti 6 ajjeesee 13 madoon adabeera.
Aanuma Ilfataa keessatti har’a Amajjii 29, 2023 ganda Herootti tarkaanfii fudhateen 13 battalatti du’aan 17 ammoo madoon adabuun barameera.
Injifannoon Uummata Oromoof