• Sun. Oct 1st, 2023

Ammee Dambii Doolloo -Qeeransootni sabaa WBOn tarkaanfii laalessaa waraana bilxiginnaa irratti

Feb 2, 2023

ONM-ABO 2 Guraandhala 2023 Qeeransootni sabaa WBOn tarkaanfii laalessaa waraana bilxiginnaa irratti magaalaa Dambii Doolloo keessatti fudhachaa jiruun mooraa bilxiginnaa ganda 04 keessaa buqqisuun duratti tarkaanfachaa jira.

Meeshaalee bireena, qawwee AKM fi boombii dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof galii ta’eera.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply