• Tue. Dec 5th, 2023

Ammee – Tarkaanfii qindaa’aa gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo ganama kana godina Qellem Wallaggaa magaalaa Dambii Doolloo keessatti fudhachaa jiruu

Feb 2, 2023

ONM-ABO Guraandhala 2, 2023 Tarkaanfii qindaa’aa gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo ganama kana godina Qellem Wallaggaa magaalaa Dambii Doolloo keessatti fudhachaa jiruun qeeransootni sabaa magaalicha ganda 03 keessatti qawwee bireenii 1 fi AKM 10 hiikaniiru.

Bu’aan injifannoo jala buunee isiniin geenya!

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply