• Sat. Mar 25th, 2023

Ammee – Tarkaanfii qindaa’aa WBOn baha Wallaggaa aanaa Gobbuu Sayyoo magaalaa aanichaa

Feb 2, 2023

ONM-ABO Guraandhala 2, 2023 Tarkaanfii qindaa’aa WBOn baha Wallaggaa aanaa Gobbuu Sayyoo magaalaa aanichaa Aannoo keessaa waraana bilxiginnaa buqqisuu fudhateen mooraa garaagaraa keessaa du’aa fi madoo taasisuun gugsee baaseera.

Guutummaa magaalattii to’annoo isaa jala galchuuf itti roobsaa jira.

Meeshaalee waraanaa garaagaraa hiikamanii jiru.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply