• Sat. Sep 23rd, 2023

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo humna waraana bilxiginnaa magaalaa Dambii Doolloo irraa WBO ittisuuf magaalaa Dulliitti baatee bulte ganda Aaddootti waaduun meeshaalee waraanaa irraa hiikee addaan facaasee jira

Feb 2, 2023

ONM-ABO Guraandhala 2, 2023 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo humna waraana bilxiginnaa magaalaa Dambii Doolloo irraa WBO ittisuuf magaalaa Dulliitti baatee bulte ganda Aaddootti waaduun meeshaalee waraanaa irraa hiikee addaan facaasee jira.

Itti afuufi haa diimatu…

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply