• Sat. Sep 23rd, 2023

Jaal Bulee Boruu (Sab-quunnamtii WBO Konyaa Gujii Lixaa) waliin mariin dhimma yeroo Sochii WBO irratti qabaanne, akka yeroo Finfinneetti galgala kana sa’atii 2:30/ 8:30 PM irratti itti dhiyaadha!

Feb 8, 2023

Jaal Bulee Boruu (Sab-quunnamtii WBO Konyaa Gujii Lixaa ) waliin mariin dhimma yeroo Sochii WBO irratti qabaanne, akka yeroo Finfinneetti galgala kana sa’atii 2:30 / 8:30 PM irratti karaa TV 📺 ONM, YouTube ONM-ABO, Telegram Arraata Biyyoolessa Oromiyaa fi karaa page fb ONM isanii dhiyaata, itti dhiyaadha !

Leave a Reply