• Sat. Sep 23rd, 2023

Sababboontota Oromoo Adamsanii Hidhuun Haa Dhaabbatu!

Feb 19, 2023

[SQ Gurraandhala 19/2023]

Kaaba Shaggar Salaalee Ona Darba Libaanos magaalaa Sharaaroo jemutti shamarree maqaan ishee Asteer Girmaa Alamuu jedhamtu yeroo 3ffaaf poolisii Onichaatiin hidhamuu maddeen Sagalee Qeerroo ni ifoomsa.

Guyyaa 10/06/2015 akka lakkoofsa Impaayeraatti, waajjira hojii ishiitii polisii Ayinaalem jedhamtuun karaa ajajaa polisii Onichaa fi bulchaa Ona sanaan akka hidhamte odeessi caasaa mootuummaa keessaa nu dhaqqabe ni ibsa. Kan bosona keessa jiruun galaa jechaa kan qa’ee hidhuun moora moora caalu.

Leave a Reply