• Tue. Dec 5th, 2023

WBOn lixa Shaggar aanaa Meettaa Roobii keessatti waraana bilxiginnaa du’aa fi madoon adabe

Mar 10, 2023

ONM-ABO 10 Bitootessa 2023

Irree fi gaachanni uummata Oromoo waraana weerartuu bilxiginnaa uummata Oromoo dararuuf bobbaafaman adabuu itti fufeera.
Qaqqaaliiwwan ilmaan Oromoo  WBOn zoonii Giddu Galeessaa cibraan Risaa Laga Mogar tarkaanfii kaleessa Bitootessa 9, 2023 godina lixa Shaggar ona Meettaa Roobii iddoo Jimaata Goolaa jedhamutti waraana faashistii PP Siinoo 12n deemaa turan irratti tarkaanfii fudhate 27 battalatti ajjeesun 21 madoon adabee jira.

Tarkaanfii kanaanis qawwee fi hidhannoo irraa booji’uun dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof galii taasisee jira

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply