• Sun. Oct 1st, 2023

Barsiisonni Manneen Barnootaa Afaan Oromoo magaalaa Finfinnee dhiibbaa ulfaataa keessa jiraachuu himan

Mar 11, 2023

SQ-Bitootessa 11/2023


Hidhaafi doorsifni isaanirratti raawwatamaa jiraachuu kan himan barsiisonni mana barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu, caasaan finxaaleyyii Amaaraa manneen barnootaa Afaan Oromoo Finfinnee dadhabsiisuurratti hojjechaa jiruu jedha.

Leave a Reply