• Thu. Apr 25th, 2024

WBOn godina Baalee Lixaa aanaa Diinshoo keessatti diina du’aa fi madoon adabe

Mar 13, 2023

ONM-ABO 13 Bitootessa 2023

Irree fi gachanni uummaata Oromoo WBOn zoonii Kibbaa bahaa cibraan Madda Walaabuu buttaan Jeneraal Waaqoo Guutuu Bitootessa 10, 2023 lola sa’a 8:00- 9:00tti godina Baalee aanaa Diinshoo ganda Garanbaa naannoo paarkii Asaraddiinoo jedhamutti tarkaanfii fudhate.

Tarkaanfii WBOn fudhate kanaanis waraanni faashistii PP 4 yoo du’an sadi 3 madoon adabamuun milishaan namni 4 ammoo harkaan qabamaniiru.

Gama meeshaatiin qawween AKM 1, Mintoofii 2 fi  Dhoombirii 1, Rasaasa Dhoombirii 18 dugda diinaa irraa hikkachuun moonaa qabsoo bilisummaa Oromoof galii godhee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading