• Sun. May 28th, 2023

Sabboontoonni Oromoo Guutuu Oromiyaarra Hojii barbachaaf gara Giddu Galeessa Oromiyaatti Imalaan Magaalaa Finfinneefi Naannoosherra funaanamuun mana Hidhaa Buraayyuutti Rakkachaa jiru

Mar 23, 2023

SQ-Bitootessa 23/2023

Ilmaan Oromoo Oromiyaa guuturraa Giddu Galeessa biyyichaatti imalan sababa Oromoo ta’aan Qofaaf ukkaamfamu.

Namoonni kun mana Hidhaa Buraatti kan argaman yoo tahu Wagga lamaan kana achiitti dararama jiru. Inumayyuu namni isaan gaafatu tokkollee akka hinjirree Odeeffanneerra.

Leave a Reply