• Mon. Jun 22nd, 2026

Arraata Biyyoolessaa Oromiyaa irraa QA ‘Hundeeffama Farda Alagaa OPDO ganna 33 fi Sakaallaa Bilisummaa Oromoo’ isanii dhiyaata nu eeggadha

Mar 26, 2023

Arraata Biyyoolessaa Oromiyaa irraa QA ‘Hundeeffama Farda Alagaa OPDO ganna 33 fi Sakaallaa Bilisummaa Oromoo’, jedhu karaa TV 📺 ONM, Telegram Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, youtube Channel ONM TV fi Page fb ONM Har’a waaree booda akka sa’a Finfinneetti waaree booda sa’a 10:00 PM / 4:00 PM isanii dhiyaata nu eeggadha

Horaa bulaa, deebanaa

Oromiyaan Biyya !
IUO !

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading