• Sun. Jun 4th, 2023

Hordoftoota Raadiyoo Arraata Biyyoolessa Oromiyaa maraaf!

Mar 27, 2023

Jijjiirama sagantaa isin beeksisuu ta’a.
Tamsaasni sagantaa Raadiyoo Arraata Biyyoolessa Oromiyaa torbanitti guyyoota shan  Wiixata, Kibxata, Roobii, Jimaataa fi Sanbata sa’a 1:00 hanga 1:30tti tamsaa’aa ture, har’a Bitootessa 27,2023 irraa qabee sa’a tokko duubatti jechuun 12:00 hanga 12:30tti kan tamsa’u ta’uu kabajaan isin beeksifna.

Tamsaasa keenyas yeroo jedhametti
▪︎  MB 19
▪︎ 15385 kHz irratti kan argattan ta’uu kabajaan isin beeksifna.

Jijjiirama sagantaa kanaas waliif qoodaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa
Sagalee Cunqurfamtootaa!

Leave a Reply