SQ-Ebila 7/2023
Ebila 6/2023 Lixa Oromiyaa Magaalaa Naqamtee keessaatti Humnoonni Tikaafi Waraana Mootummaa Wal ta’uun halkan qixxee manarra deemu dargaggoota Ukkaamsa jiru.
Dargaggoo Isheetu Lammuu Ebila 6/2023 halkan keessa 6:00 mana jireenyasa itti cabsanii seenun ukkaamsan hanga ammaatti achi buutesa dhabumuu Maddeen Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo gabaasan.
