SQ-Eebila 15/2023
Guyyaan Gootota Wareegamtoota Oromoo Ebila 15 Kan bara 2023 Guutummaa Oromiyaa keessaatti kabajama jira.
Maddeen Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Akka jedhaniitti Guyyichi Magaalaa Finfinnee keesdatti dabalatee Oromiyaa guutuu keessaatti kabajama jira jechuun dubbatu.
Guyyicha Yaadachuu qofaa osoo hintaane, Kaayyoo Wareegamtoota sana galmaan gahuuf irbuu itti haareffataniidha.