• Thu. Apr 25th, 2024

Kabaji GGO Eebila 15 Oromiyaa bakkoota hedduutti Qeerroo Bilisummaa Oromootiin kabajamaa jira

Apr 15, 2023

SQ-Eebila 15, 2023

Qeerrowwan Oromiyaa bakkoota hedduutti Guyyaan Gootota Oromoo kabajamaa jiraachuu maddeen keenya nu dhaqqabsiisaa jiru.


Haaluma kanaan Guyyaa kana Qeerroon Bilisummaa Oromoo Godina Jimmaa Aanaalee garaagaraatti kabaja Guyyaa kanaarra jiraachuu odeessa sagalee Qeerroof erganiin ifoomsaniiru.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading