• Tue. Nov 24th, 2026

Humnoonni Nafxeenya ilmaaltoota Konkolaata keessaa buusuun ajjeesan

Apr 18, 2023

SQ-Eebila 18/2023
Dargaggoo Sabboonaa Sharafee Baha Oromiyaa Ona Qarsaatti dhalatee guddate. Tibba darbe Eebila 14/2023 Adaamaarra gara maatii isaatti galaa osoo jiru Humnoonni Nafxeenya Amaaraan konkoolaataa keessaa gadi buusuun isaa Fi nama afur battalatti ajjeessuun kaan hafan qarshiifi bilbiloota irraa guurrachuun warra sabaan amaara tahan jajjabeessuun Oromoorratti xiyyeeffatani jiru…

Sabboonaan reeffii isaa Adaamaa mullate…Pp’n Ona Qarsaa dhoksuuf yaaltuus haqni hin dhukatu…

Leave a Reply