Kaaba Shaggar aanaa Dagam keessatti waraanni PP mana cidhaatti dargaggoo Habtaamuu Dajanee ajjeessuun dhaga’aame
ONM-ABO Eebila 29, 2023 Ajjeechaan goleewwan Oromiyaa cufa keessatti waraana biltsiginnaatiin raawwatamaa jiru yakka sanyii duguuggaa sirnoota darbaniin Oromoo irratti…
