Godina baha Wallaggaa ona Gudayyaa Biilaa keessatti finxaaleyyiin Amaaraa ilmaan Oromoo ajjeessuu fi qabeenya uummataa saamuu itti fufan
ONM-ABO Eebila 29, 2023 Humnoonni badii finxaaleyyii Amaaraa Faannoo fedhii babal’ifannaa lafaaf jecha, kallattii garaa garaan daangaa Oromiyaa cabsanii seenuun…
Hidhattootni finxaaleeyyii Amaaraa Faannoo jedhaman godina kaaba shagar aanaa Darraa keessaa barsiisota lama butuun dhabamsiisan
ONM-ABO Eebila 29, 2023 Tumsa murna bilxiginnaatiin kan ijaaraman finxaaleyyiin Amaaraa Faannoo jedhaman abjuu abbaa isaanii Ninilik durii dhugoomsuuf, ilmaan…
Godina lixa Harargee aanaa Gumbii Bordooddeetti namoota nagaa hidhuun jabaate
ONM-ABO Eebila 29, 2023 Impaayera mirgi ilmaan Oromoo keessatti hin kabajamne fi nagaan ba’anii galuun ulfaate keessatti Ilmaan Oromoo bakka…
Godina Qellem Wallaggaa aanaa Hawwaa Galaan keessati waraanni fashiistii PP ajjeechaa fi saamicha jabeessanii itti fufan
ONM-ABO Eebila 29, 2023 Murni bilxiginnaa marii araaraa geggeessaa jiru dawoo godhachuun Oromiyaa keessatti ajjeechaa suukkanneessaa raawwachuu, manneen uummata nagaa…
Godina baha Harargee aanaa Malkaa Bal’oo keessatti caasaan sirna biltsiginnaa uummata milishootaaf hojii ooluu didan hidhaa fi maallaqa kafalchiisaa jiraachuun barame
ONM-ABO Eebila 29, 2023 Murni faashistii PP qaamolee qawwee baatanii aangoo isaa tiksaniif maqaa adda addaan milishaa hanga raayyaa ittisa…
Obbo Tukuu Gammadee Godina Gujii lixaa aanaa Bulee horaa ganda Murtuu Xillisaa keessatti waraana Biltsiginnaan ajjeefaman aanaa Malkaa Sooddaa keessatti nama tokko irraan reebicha qaqqabsiisan
ONM-ABO Eebila 29, 2023 Tiksitoonni abbootii aangoo impaayera Itoophiyaa jumlaan Dachii Oromiyaatti gadi guuramuun farra jireenya uummata nagaa ta’aa jiran,…