Jaal Qajeelaa Siraaj (Hoogganaa Ol’aanaa Jaarmayaa ABO-WBO idil-addunyaa) waliin turtiin dhimma ijaarsa jaarmayaa ABO-WBO biyya alaa fi qabxiilee biroo irratti qabaanne galgala kana sa’a 2:30 PM akka yeroo inphaayeraatti karaa TV ๐บ ONM, YouTube Arraaraa ONM fi Telegram Arraata Biyyoolessa Oromiyaa isanii dhiyaata nu eeggadha