ONM-ABO Caamsaa 17, 2023
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Kombolchaa keessatti lola gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo waraana faashistii Abiy Ahimed irratti geggeesseen dishqaa tokko hiikee dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof galii taasisee jira.
👉 Dishqaa 1
👉 Moortara 1
👉 qawwee AKM hedduu
👉 Bireena 12
👉 Isnaayipera 6 fi
👉 Uffata waraana konkolaatàan irraa hiikeera.
Injifannoon Uummata Oromoof!