• Wed. May 13th, 2026

WBOn godina Gujii Lixaa aanaa Dugdaa Daawwaa keessatti tarkaanfii fudhate

Jun 1, 2023

ONM-ABO Waxaabajjii 1, 2023

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo  WBOn tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhachuu itti fufee jira.

Haaluma kanaanis kibba Oromiyaa godina Gujii lixaa aanaa Dugda Daawwaa ganda Dogoo Dhuqqisaa seenuudhaan waraana faashistii PP irratti tarkaanfii fudhateen 7 battalatti yommuu ajjeesu 5 Madoo dandammii hin qamneen adabee jira.

Gama meeshaatiin Qawwee AKM1 fi rasaasa 200 irraa hiikkatuudhaan galii dantaa qabsoo bilisummaa Oromootiif  oolchee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading