• Wed. May 13th, 2026

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibbaa Godina Booranaa Aanaa Areeroo Keessatti Tarkaanfii laalessaa diina irratti fudhachuun mooraa diinaa dhuunfachuu beeksise

Jun 2, 2023

ONM-ABO Waxaabajjii 2, 2023

Kaleessa Waxaabajjii 1, 2023

Godina Booranaa Aanaa Areeroo mooraa diinaa Ooblootti argamu irratti ganama barraaqan waraanni bilisummaa Oromoo Zoonii Kibbaa  cibraan Mataa Gafarsaa tarkaanfiin waraana faashistii PP irratti fudhateen du’aa fi madoon adabuun  diinaa keessa ari’ee mooricha dhuunfatee uummata naannichaatiif marii taasisaa oole.

Waraanni sirnichaa baqatan hanga gabaasni kun qindaa’eetti kan hin deebi’in ta’uun beekamee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading