ONM-ABO Waxaabajjii 13,2023
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn zoonii kibbaa konyaa Gujii lixaa aanaa Malkaa Sooddaa ganda Dhiitichaa, Bulchiinsa Magaalaa Dhiitichaa keessatti har’a Waxaabajjii 13//2023 galgala keessa sa’a 12:30tti tarkaanfii jabaa fudhatee jira.
Tarkaanfii kanas waraana PP maqaa farra riphee lolaa jedhuun uummata saamaa ture irratti yeroo ta’u qawwee AKM tokko irraa hiikuun dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof galii taasisee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof!
