• Tue. Nov 24th, 2026

Hundeeffama Arraata Biyyooleessa Oromiyaa waggaa 3ffaa isaa sababeeffachuun waamicha kabajaa Hordoftoota, Deeggartoota fi Miseensoota ABO-WBO maraaf

Jun 19, 2023

Hundeeffama Arraata Biyyooleessa Oromiyaa waggaa 3ffaa isaa sababeeffachuun waamicha kabajaa Hordoftoota, Deeggartoota fi Miseensoota ABO-WBO maraaf.
Iraa hin hafnuu nurraa hin hafinaa.

Bakka
Toora zoom Arraata Biyyoolessa Oromiyaa
Guyyaa
Waxabajjii 24/2023 sa’aa 9:00AM Lkk DS

Leave a Reply