Kabajamoo daawwattoota Arraata Biyyoolessa Oromiyaa; tamsaasni ONM ABO armaan dura karaa
Yahsat DVB-S
Frequency : 11843
Polarization : Vertical
Symbol rate : 27500
FEC : 5/6 darbaa ture Adoolessa 1,2023 irraa ka’ee toora isaa ni jijjiirrata.
Toorri haaraan Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Adoolessa 1, 2023 irraa ka’uun ittiin argattan 👇
Satellite: Yahsat
Frequency: 12149 V
Symbol Rate: 27500
Modulation: DVBS-2
Coding: 8PSK
FEC: 3/4 ta’uu hubattanii gamanumaan waliif qooduun akka wal qaqqabsiistan dhaammanna.
Kana malees Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa karaa YouTube rakkoo irra deddeebiin sagantaan isaa haqamuu isa mudateen sagantaa YouTube irra kaa’uu dhiisee, toora haaraa Rumble jedhamuun sagantaa isaa dhiyeessaa jira.
Rumble ‘n seenuun odeessaalee Oromoo fi WBO ni argattu!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa
Sagalee cunqurfamootaa!
