SQ–Hagayya 4/2023
Barsiisaa Taaddasee Abbabaa Dhalataa Godina Shawaa Lixaa Aanaa Tokkee Kuttaayeeti. Yuuniversiitii Walqixeetti barsiisaadha. Qormaata kutaa 12ffaa qoruuf Naannoo Amaaraa Yuuniversiitii Godar deemee Hagayya 3/2023 garee finxaaleyyii Amaaraa Faannoo ajjeefame.
Wal dhibdee Naannicha keessatti Uumameen Namoonni hedduun rakkoo keessa jiraachus namni maqaasa ibsu hinbarbaanne SQf gabasaniiru.

