Weellisaa Jaal Abdii Dirribaa fi Weellisaa Jaal Abbaa Roobaa, Keessummoota Qophii Sagalee Bosonaa Onkoloolessa 7, 2023 har’aati. Qophiin kun harrdha waaree booda sa’a 11:00 akka yeroo Finfinneetti karaa Rumble ONM, Page fb Arraata ONM, Telegraam Arraata Biyyoolessa Oromiyaa fi TV 📺 ONM isiniif dhiyaata.
Horaa bulaa !
