• Thu. Jul 30th, 2026

Waraanni Bilisummaa Oromoo Tarkaanfii lukkeelee diinaa irratti fudhatu jabeessee itti fufuun injifannoo gurguddaa argamsiisaa jira

Oct 20, 2023

SQ-Onkoloolessa 20, 2023

Tarkaanfii Salaale Ganda Shinoo, Alii Dooroo, fi Warra jaarsoo akkasumas, Shawaa Lixaa Ada’aa Bargaa fi Magaalaa Shukuteetti Cibraan Risaa Laga Mogor taasiseen injifannoon dachaa galmaa’eera.

Injifannoo argameen kan baaragde, Humni diinaa bakkeewwan kanneenii Uummata nagaa gooluuf dararuu irrattis argamti.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading