ONM-ABO Onkoloolessa 27 ,2023
Godina lixa Wallaggaa aanaa Haaruu fi Sayyoo Noolee keessatti Tarkaanfii WBOn barii barraaqaa irraa eegaluun fudhachaa jiruun loltootni PP hedduun harkaan qabamaa, meeshaalee hedduunis hiikamaa kan jiru yoo ta’u, oduuf odeeffannoo guutuu gabaasa kanaa akkuma lolichi goolabameen isiniif dhiyeessina.

