Marii Hawaasaa Oromoo
Dilbata Onkoloolessa 29/2023
Marii hawaasaa Oromoo jaarmiyaa ABO-WBO biyya alaa fi yaada uummata irratti
Keessummootni kabajaa
1) Prof #Mohammed_Hassan
Qooda Hawaasni Oromoo biyya alaa QBO ABO-WBOn gaggeeffamu keessatti qooda qabu
2) Jaal Qajeelaa Siraaj
Ergaa Gabaabaa QBO keessatti qabu
3) Jaal #Jireenyaa_Guddataa
Haala Ijaarsaaf burjaajii biyya alaa keessatti dhalatee jiru
4) Jaal Cichaa Goobaa
Dhimma Siyaasaa fii ijaarsaa irratti
Hin hafinaa hin hafamuu irratti hirmaadhaa!!
