• Thu. May 14th, 2026

Waraanni Mootummaa Ergaa Marii Araara as Gocha suukanneessaa raawwachuu itti fufe

Nov 26, 2023

SQ-Sadaasa 25/2023

Lixa Oromiyaa Godina Wallagga Bahaa Aanaa Haroo Limmuu Ganda Oomii Kalaalaatti Waraanni Mootummaa Dargaggoo Addisuu Walee yakka tokko malee ajjeesan.

Dargaggeessi kun hojii qannoo irratti bobba’ee kan jiru yoo tahu, Humnoonni Mootummaa bakka hojiisaatti isa ajjeesu maddeen gabaasan.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading