SQ-Mudde 15, 2023
Lixaa Shaggar Aanaa Amboo Ganda Waddeessaa Ganjii Goroo Horee keessatti namoota afur (4) hardha Mudde 15, 2023 Uummata nagaa Waraanni PP “isin Hidhata Waraana Bilisummaa Oromoo qabdu” jechun rashananii jiru
Maqaan namoota yakka malee ajjefaman kanaas
1. Dargaggoo Boonaa Durumaa (Obboleesaa Jaal Olii Durumaa)
2. Obboo Shuggee Nagaasaa
3. Obboo Ifaa Nagaasaa
4 Dargaggoo Nugusee ____
Kan suuran isaa gaditti mul’atu kun Boonaa Durumaa kan jedhamuudha .
Sirni PP nama ajjeesuu akka Duudhaa Mataasaa danda’eetti itti fayyadamaa jira.

