Waraanni faashistii PP godina baha Wallaggaa aanaa Giddaa Ayyaanaa fi Guutoo Giddaa keessatti konkolaachistoota reebuun saaman
ONM- ABO Muddee 30, 2023 Hidhattoonni murna faashitii PP konkolaachistootan lafa nuti jenne deemaa jechuun reebichaa fi saamicha erga irratti…
