Qellem Wallaggaa aanaa Gidaamii keessatti manneen gubachuu fi hidhaa hanga reebichaatti hidhattoota sirnichaan hawaasa irratti raawwatamaa jiraachuu dubbatu
ONM-ABO Muddee 30, 2023 Ilaalcha saamichaa fi balleessii qabatanii socho’aa kan jiran hidhattootni murna bilxiginnaa yeroo ammaa uummata Oromoo harka…
