• Sun. Mar 15th, 2026

Lolli Ityoophiyaa fi Somaaliyaa jidduutti ka’uun naannicha qofaaf osoo hin taane, Afrikaa waliigalaa irrattis bu’aa hamaa akka fidu Mohaammad El-Bendary barreesse

Jan 18, 2024

ONM-ABO Amajjii 18,2024

Addunyaan dhufaatii bara haaraa simachaa fi iji waraana Gaazaa irratti xiyyeeffatee yeroo jirutti, Gaanfa Afrikaa — naannoo tasgabbii dhabuu siyaasaa guddaa qabu keessatti waldhabdeen hammaataa jira.

Kunis kan ta’e, Somaaliyaan Amajjii 6 waliigaltee Itoophiyaan guyyoota shan dura naannoo Somaaliyaa addaan baate Somaaleelaandii waliin mallatteessite haquu ishee hordofeeti.

Waliigaltichi Ityoophiyaan lafaan marfamte buufata doonii Somaaleelaandii Galoo Galaana Aden keessatti argamutti akka galtu kan taasisu yoo ta’u, buufata humna galaanaa walitti dhufeenya siyaasaa, diinagdee fi nageenyaa isaan gidduu jiru cimsuuf kaayyeffate hundeessuuf kan dandeessisu ta’uu ibsameera jechuun Euronews English dubbisiisera.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading