ONM-ABO 28, 2024
Waamicha Lagannaa Gabaa fi Uggura Geejjibaa har’a galgala irraa kaasee hojiitti galuuf murni bilxiginnaa raafamuun hawaasa daldalaa doorsisaa jira.
Har’a magaalaa Amboo Tokkee Kuttaayee keessatti daldaltoota waltajjii waamuun yoo waamicha kanatti hirmaattan qarshii 5000 hanga 10,000tti adabamtu jechuun doorsisaa jiraachuu odeessi achii nu qaqqabe ni addeessa.
Diddaa Uummataa Bilisummaa Dhugaaf!
