ONM-ABO Amajjii 28, 2024
Qeerroon Bilisummaa Oromoo baha Oromiyaa Ciroo hanga Dirree Dhawaatti hojii isaanii kan jabeessan yoo ta’u, hawaasnis qophiitti jira, bilxiginnaanis lafa jala fiigaa jirti.
Humni Uummataa mo’ataa dha!