ONM-ABO Amajjii 29, 2024
Labsiin Lagannaa Gabaa fi Uggara Geejjibaa haala gaariin Gujii fi Boorana keessatti eegalee jira.
Kanneen labsii kana cabsan Qeerroo Bilisummaa Oromoo Gujii Lixaa fi Boorana gidduutti akeekkachiisee jira.
Abbootiin qabeenyaa fi uummatni keenya labsii kana kabajuun dansa!
Diddaa Uummataa Bilisummaa Dhugaaf!
