ONM-ABO Amajjii 29, 2024
Magaalaa Muggiitti Lagannaa Gabaa fi Uggurri Geejjibaa jabaatee jira.
Hojjettootni mootummaa hojii irraa kan hafan yoo ta’u, bilxiginnaan hojjettootaaf waraqaa ittiin karaa darban biraa qopheessuufiin akka mana hojii deemaniif irratti mari’achaa jiru.
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa





