ONM-ABO Guraandhala 1, 2024
Labsiin Lagannaa Gabaa fi Uggura Geejjibaa marsaa 2ffaan guyyaa 4ffaaf kibba baha Oromiyaa aanaalee akka Muneessaa, Nansaboo, Heeban Arsii, Adaabaa, Martii, Jajuu, Asakoo fi Gadab Hasaasaa keessatti jabaatee geggeeffamaa jira.
