ONM-ABO Guraandhala 2, 2024
Guyyaa labsame irraa eegalee hanga guyyaa 2/2/2024tti, Zoonii kibbaa konyaa Gujii Lixaa, aanaalee 8 keessatti guutummaatti hojirra ooleera.
Aanoleen Kunis Aanaa Abbayaa, Galaanaa, Surroo Barguddaa, Bulee Horaa, Dugda Daawwaa, Malkaa Sooddaa, Qarcaa, Birbirsa Kojowaa yommuu ta’an suuraan magaalota aanaalee kanneenii hangi tokko kanneen armaan gadiiti. 👇
Diddaan Itti Fufa!

